stovariste-jakovljevic-stovarista-626006

Qajeelchi barsiistotaa. Qajeelcha Barsiistotaa.

Qajeelchi barsiistotaa. Sirni barnootaa Afaan Oromoo kutaa 6ffaa haaraan, silabasii Ministeerri Barnootaa Hammattoo Sirna Barnootaa Barnoota Waliigalaa Itoophiyaa qopheesserraa gara qabatama naannoo Oromiyaatti akka madaqu taasisuun kan qophaa’eedha. Itti fufuun, qajeelfamoota barsiisuu isiniif addeessa. Xiyyeeffannoon sirna barnootaa kanaa . 71 MB Qajeelchi barsiistotaa kutaa 8ffaa kun barnoota Afaan Oromoo akka afaan lammaffaatti barsiifamuuf barsiistota qajeelchuuf kan qophaa’edha. Qajeelcha Barsiistotaa. Kutaa 7, Author: coll. Qajeelchi barsiistotaa kun kan qophaa’e barsiistota Afaan Oromoo kutaalee 5-8 barsiisaniif. Qajeelchi barsiistotaa kun qophii sirna barnootichaa ilaalchisee odeeffannoo ga’aa isiiniif nikenna. Itti aansee, ruqolee barannoo waliin wal isin barsiisa. , Publisher: Ministeera Barnootaafi Biiroo, ISBN: 9789994425068, Year: 2007, Language: Oromo, Format: PDF, Filesize: 3. gcw2k8l bg ag2sx gq m8 ep b128ash wh fzc jm
Back to Top
 logo